Find Posts By Topic

Fooya’ini fi jijjiramni garra karaa Litta maddi karra litta Kaaba-Litta(West Marginal Way SW) dhuffa jiirra.

Dabbalatan baru fi yaada kessan nuuf koodu yoobarbaadan Kamisa, Gurrandhala 18, galgaala sa’ati 6:00 – 7:30 Mana Viidiyoo Hallalaa Banaa keeynan hidha kana fayaadamati nukkunama: https://us02web.zoom.us/j/88433928185.

Tuurjumaana gaafachudhaf yookin  warri miidha qamma yookin fedhi adaa qabdan haali  akka issini mijaahu gaafachu yofetan lakoofsa bilbiila kanan 206-400-7511 yookin WestSeattleBridge@seattle.gov  guyas 3 dhursati nukuunama.

Graphic maps of project area along West Marginal Way SW